Microsoft Mathematics

Microsoft Mathematics


Barattoonni High school,College fi University barumsa heerreegaa irratti cimuu yoo barbaaddan software herreega hojjatanitti gargaaramtani abbaa herreegaa ta’u ni dandeettu.
Software herreega(mathematics) hojjatan keessa inni itti fayyadamaaf salphaa ta’e Microsoft Mathematics dha.
Microsoft Mathematics fayyadamuun
Calculus I,Calculus II,Linear Aljebra,Trigonometry,Statistics fi akkasumas hima(equation) tokko 2D fi 3D dhaan Graafi kaasuu ni dandeettu.

microsoft-mathematics-4
HUBAACHIISA– software kana akka barsiisa herreegaati itti fayyadamuu qabdu male assaymentii isiniif kenname ittiin hojjachuuf qofa itti fayyadamuu hin qabdan,sammu keessanis hojjachiisaa.
Link armaan gadii irraa download godhaa

Microsoft Mathematics

microsoft-mathematics-12

Comments

comments

Microsoft Mathematics

| ANDROID, Blog, Slider, WINDOWS |
About The Author
-