Akeekkachiisa Mobaayilaa keessaniin lakkoofsa Biyya alaatiin ergaa(sms) afaan ingiliiziitiin akka armaan gadii kana yookiin bifuma kana fakkaatu isini gahee jiraa ? “hi Waaqoo T call me urgent please “0017675021961” Ergaan kun maamila keenna kan Waaqoo jedhamuuf kan ergame dha innis deebisee nuuf erge, wanti kun maali naaf hin galle jechuun nu gaafate. akkuma argaa jirtan […]

Read more

Password Cabsuun Maal Jechuudha ? Password Cabsuu jechi jedhu jecha walii galaatti Himni kun weebsaayitoota,faayiliwwan fi meeshaale elektroniksii password dhaan cufaman hundaaf akka garagaraatti hiikkama. Password akkaawuntii Facebook cabsuu, email gmail cabsuu, akkaawuntii weebsaayiti tokko irra jiru cabsuu, password iphone cabsuu, password mobila android Cabsuu. …fi kkf Password cabsuu jechuun maal jechuudha ? Fakkeenyaaf mobilli […]

Read more

 Karoota sadiin Password Facebook keessanii isin jalaa itti hatamu. 1.Mala Hawaasummaa(Social Engineering) Malli kun salphamatti dadhabinna keessanitti fayyadamuun akkaawuntii Facebook keessan banani seenu jechuudha, innis maloot heddu uf keessaa qaba muraasni isaani -password keessan tilmaamu, kunis lakkoofsa bilbila keessan itti yaalu,lakkoofsa bilbila keessan email facebook sanitti yaalu -Forget password ka jedhuun filannoowwan facebook fiduun isin fakkaatanii odeefannoolle keessan itti […]

Read more

Odeefannoo Lakkoofsa Bilbilaa Namni isin eenyummaa isaa hin beekne lakkofsa bilbilaa isin hin beekneen yoo isinitti bilbile yookin ergaa(sms) isinii yoo erge, lakkofsi ittiin isiniif bilbilame yookiin ergaan ittiin isiniif ergame kan eennu akka ta’e beekuu ni barbaaddu ?. mala filatamaa ta’een tartiibaan isiiniif barreessinee jirra, lakkofsa tokko irratti ka barrefame mala hunda caala filatamaa […]

Read more

Jaanjeesitoota Facebook Irraa Jaanjeesitoota Facebook irraa osoo siyaasa hin baratin yookiin muxannoodhaan siyaasa hin horatin ka gaafa barbaadan tokkummaa leellisan ka gaafa barbaadan oromoo addaan kukkutan, wantii isaan kaleessa vidiyoo uf waraabani dubbatan fi wanti hardha vidiyoo uf waraabani dubbatan kan wal falleessu, jaanjeesitoota fuula(page) facebook banatani uf dhooysanii akka barbaadanitti yaada barbaadan ol baasan […]

Read more

Tests have limits, but the news seems (mostly) good for Samsung-made iPhone 6Ses. Many consumer electronics companies, Apple included, use parts sourced from multiple manufacturers to meet demand for their products. You can make and sell more iPhones if you’re buying screens from two companies, and that also insulates you from risk if there’s something […]

Read more